Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama adda addaa laate Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama adda addaa hoji raawwachiftootaa, qindeessitootaa olaanoo giddugalaa ijaarsa diimokiraasii fi itti aantootaa hoji…
Oduu biyya keessaa Muudamtoonni sadarkaa dirqama dabalataa fi Itti gaafatamummaa dabalataaf of qopheessuu qabu jedhame Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Muudamtoonni sadarkaa dirqama dabalataa fi Itti gaafatamummaa dabalataaf of qopheessuu akka qaban ibsameera. Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Humna…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan jila addaa garee Ministira dhimma alaa Israa’eeliin durfamu waliin mari’atan… Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Itti aanaa Muummee Ministeeraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin jila addaa Ministira dhimma alaa Israa’eel Ambaasaaddaar Baarlii…
Oduu biyya keessaa Lammiilee naannoo Affaarii qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5… Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Lammiilee gocha shororkeessaa ABUT’n naannoo Affaarii irraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5 taasifamuu…
Oduu biyya keessaa Lammiilee naannoo Hararii qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5… Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Lammiilee gocha shororkeessaa ABUT’n naannoo Hararii irraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5 taasifamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni raawwii mana maree diyaaspoora Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Miseensoonni raawwii mana maree diyaaspoora Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru. Walitti qaban mana marichaa obbo Allabbaachoo…
Idil Addunyaa Abdurazaak Gurnah Noobeelii bara 2021 badhaafamaan Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Barreessaan biyya Taanzaaniyaa Abdurazaak Gurnah damee ogbarruutiin Noobeelii bara 2021 badhaafamuu ibsameera. Gurnahaan barreeffamasaa dhiibbaa…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaaf deeggarsa maashinii gaaagura ammayyaa taasifte Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Mootummaan Kooriyaa Kibbaa Ityoophiyaaf deeggarsa maashinii gaagura ammayyaa taasisuu ibsameera. Maashiniin kun osoo kanniisa irratti miidhaa hin…
Oduu biyya keessaa Gamoon Waajjira Mallaqaa fi walta’iinsa diinagdee godina Harargee Bahaa Birrii miiliyoona 67… Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Gamoon Waajjira Mallaqaa fi walta'iinsa diinagdee godina Harargee Bahaa Birrii miiliyoona 67 ijaarrame eebbifameera. Gamoochi bakka preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hoggantoota olaanoo hojii mootummaaf muudama laatan Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Muummee Ministiraa Abiy Ahimad hoggantoota olaanoo hojii mootummaaf muudama laataniiru. 1.Obbo Tafarii Fiqiree hogganaa waajjira Muummee Ministeera fi…