Ispoortii Maaraatoonii Barliin dhiirootaan Guyyee Adoolaa injifate Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Guyyaa har’aa Jarmanitti Maaratoonii Barliin dhiirootaa gaggeeffameen Guyyee Adoolaa sa’aatii 2:05:35 irratti galuun injifateera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasaa Caafoo gita isaanii Sudaan Kibbaaf erga hawwii gaarii dabarsan Obse Wakgari Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uumataa Obbo Taaggasaa Caafoo gita isaanii Sudaan Kibbaa haara muudamaniif erga hawwii gaarii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Tuurizimii addunyaa magaalaa Hawaasaatti kabajamaa jira Obse Wakgari Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)-Guyyaan Tuurizimii Addunyaa 34ffaaf qophiiwwan garagaraatin naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti kabajamaa jira. Qophiichi guyyoota lamaaf ni tura…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni “namoota namootaaf” jedhamu deeggarsa Birrii miiliyoona 12tti tilmamamuu taasise Obse Wakgari Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Dhaabbanni “namoota namootaaf'' jedhamu deeggarsa namoota qe’ee fi qabeenya isaaniirraa gocha badii garee shororkeessaa ABUT’iin buqqa’aniif deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Dargaggoota Beenishaangul Gumuz irraa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasifame Obse Wakgari Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Dargaggoota marsaa 2ffaaf naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Asoosaa fi aanaa addaa Maa’oo fi Koomoo irraa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa deeggarsa damichaaf taasiseen dinqisiifannaa argate Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Waldaan geejjiba qilleensaa Idil-addunyaa deeggarsa daandiin qilleensa Ityoophiyaa damichaaf taasise kan dinqisiifatamu ta’uu ibseera. Waldichi yeroo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi uummattoota nu filataan amanamuummaan tajaajiluuf qophiidha- Miseensoota MMBU haara… Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa fi uummattoota isaan filataan amanamuummaan tajaajiluuf qophii ta’uu miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 6ffaa filataman ibsan.…
Teeknooloojii Pilaatfoormiin Diijitaalaa “Awo Dooktar” jedhamu eebbisiifame Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Pilaatfoormiin Diijitaalaa “Awo Dooktar” jedhamu tajaajila waldhaansaa manaa manatti kennuu dandeessisu eebbisiifamuu ibsameera. Pilaatfoormiin kun…
Oduu biyya keessaa Komiishinar Fitsuum Asaffaa yaa’ii waliigala DhMG cinaatti waltajjii gaggeeffameerratti hirmaatan Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)-Komiishinarri Komishinii Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaa Ameerikaa Niwuu Workitti gaggeeffama kan jiru yaa’ii waliigala 76ffaa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Gamoon Waajjira Bulchiinsaa Godina Shawaa Lixaa Birrii miiliyoona 27 oliin ijaarame xumurame Obse Wakgari Sep 23, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Gamoon Waajjira Bulchiinsaa Godina Shawaa Lixaa Birrii Miiliyoona 27 oliin ijaarame xumuramuun bakka hooggantoonni olaanoo Naannoo fi godinaa argamanitti…