Oduu biyya keessaa Daandii kaffaltii Mojoo-Maqii- Baatuu hojii eegale Obse Wakgari Sep 20, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Daandiin kaffaltii Mojoo-Maqii- Baatuu kiiloo meetira 92 guyyaa har’a eebbifamuun hojii eegaleera. Daandiichi qaama daandii saffisaa Mojoo Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni FBC raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.6 ol … Obse Wakgari Sep 20, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Faanaa Broodkaastiing Koorporeet raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.6 ol taasisaaniru. Hoji…
Oduu biyya keessaa Jaal Goollicha Dheengeen waamicha nageenyaa mootummaan dhiyyeesse fudhachuun har’a Finfinnee… Obse Wakgari Sep 20, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Ajajaa waraanaa Shanee Zonii kibbaa kan ture Jaal Goollicha Dheengeen waamicha nageenyaa mootummaan dhiyyeesse fudhachuudhaan har'a Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Siyaasaan arganne diinagdee fi beekumsaan akka deeggarruuf malee, akka injifannee… Obse Wakgari Sep 18, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo Injifannoon Siyaasaan arganne diinagdee fi beekumsaan akka deeggarruuf malee, akka injifannee teenyuuf miti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi miseensonni poolisii magaalaa Finfinnee sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’… Obse Wakgari Sep 18, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Hoggantoonnii fi miseensonni poolisii magaalaa Finfinnee sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuurratti hirmaataniru. Sochii kanaanis dhugaa…
Biiznasii Ityoophiyaa fi Morookoon waggaatti xaa’oo toonii miiliyoona 3.8 oomishuuf waliigaltee mallatteessan Obse Wakgari Sep 18, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Ityoophiyaa fi Morookoon waggaatti xaa’oo toonii miiliyoona 3.8 oomishuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Ityoophiyaan Morookoo waliin waliigaltee…
Waajabila Faanaa Lakkuu qabxii walfakkataan Yuunvarsiitii Hawaasaarra eebbifaman Obse Wakgari Sep 18, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Lakkuu qabxii walfakkataan Yuunvarsiitii Hawaasaarra eebbifaman. Lakkuu kunneen qabxii 3.59 fiduun badhaasa addaatiin eebbifamaniiru. Kan…
Oduu biyya keessaa Dargaggoota godinaalee Booraanaa fi Buunnoo Beddellee raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessan… Obse Wakgari Sep 18, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Dargaggoota godinaalee Booraanaa fi Buunnoo Beddellee raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessan taasifameera. Dargaggoonni godina Buunnoo Beddelle…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu ijaarsa giddugala gabaa Awwadaayii fi hojii misooma beeyladaa… Obse Wakgari Sep 18, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastara Misooma Baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Hararge Bahaatti …
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Hawaasaa Artiist Addunyaa Duumoof Dooktireeti kabaja laate Obse Wakgari Sep 18, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Yuunvarsiitiin Hawaasaa Artiist Addunyaa Duumoof Dooktireeti kabaja laateera. Artiisichi sirboota 500 baasuurra darbe afaanoota garagaraa Afaan Oromoo,…