Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Samaraa galan Obse Wakgari Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Itti aanaan Preezdaantiin naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw, hogganaan paartii badhaadhinaa naannoo kibbaa Obbo Xilaahuun Kabbadaa akkasumas hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Barattoonni eebbifamoo Yunvarsiitii Arsii egizibiishiinii hojii agarsiisaa jiru Obse Wakgari Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Barattoonni eebbifamoo Yunvarsiitii Arsii egizibiishiinii hojii agarsiisaa jiru jedhameera. Itti aaanaan Preezdaantii Yuunvarsiitii Arsii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee deeggartoota seeraan alaarratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu ibsame Obse Wakgari Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC)-Dhaabbilee deeggartoota seeraa alaa socho’uun nageenyaa biyyaa balaarrra buusaan irratti tarkaanfiin kan fudhatamuu ta’uu Ejensii dhaabbilee hawaasaa…
Idil Addunyaa Kooriyaan kaabaa yaalii furguggisaa Misaa’eelaa haara fageenya dheeraa taasifte Obse Wakgari Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Kooriyaan kaabaa yaalii furguggisaa Misaa’eelaa haara fageenyaa dheeraa taasisuun ishee dhaga’aameera. Misaa’eeloonni yaaliif taasifamaan kiiloo meetira…
Oduu biyya keessaa Naannoo Affaaritti lammiileen sababa garee shororkeessaa ABUT buqqa’aniif deeggarsi Birrii… Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeeraa Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil durfamu lammiilee naannoo Affaritti buqqa’anii maallaqaa callaa fi gosaa Birrii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Magaalaa Zaarimaa to’achuu walqabatee namoonni baqatanii turan qa’ee… Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Magaalaa Zaarimaa to'achuu walqabatee namoonni baqatanii turan qa’ee isaanitti deebi’aniiru. Gareen shororkeessaa ABUT halleellaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaa deeggarsa Birrii miiliyoona 25 naannoo Amaaraaf laate Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Itti aanaan Preezdaantiin Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Bahiir Daariin galaniiru. Obbo Riistuu Yirdaaw lammiilee garee shororkeessaa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli dhiheessa nyaataa Alaamudiiniin Tasfaa Birihaan Kutaa Magaalaa Addis katamaatti Ayyaana… Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014(FBC)-Giddugalli dhiheessa nyaataa Alaamudiiniin Tasfaa Birihaan jedhamu Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis katamaatti Ayyaana bara haaraa…
Ispoortii Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiichaa kiiloo meetira 5’n rikkardii addunyaa fooyyeessite Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiicha kiiloo meetira 5'n rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti. Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha-MM Abiy Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha jedhaniiru. Muummichii…