Oduu biyya keessaa Hawaasni idil addunyaa garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu gaafatame Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Hawaasni idil addunyaa dhiyeessiin deeggarsa namooma lammiileef sirnaan akka qaqqabuuf garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu…
Oduu biyya keessaa Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti raayyaan ittisa biyya tarkaanfiin fudhateera. Bobbicharrattis gareen shororkeessaa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo Koontijeent loltoota bu’uraa leenjisaa ture eebbisiisa… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala oolan Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti Giddugalli Leenjii Huursoo loltoota leenjisaa…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu galmee barattootaa manneen barnootaa Ifa Boruutti gaggeeffamaa… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Jilli Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamudurfamu galmee barattootaa manneen…
Oduu biyya keessaa Ajajni Kibbaa loltoota leenji’aa turan eebbisiise Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa giddugalaa leenjii Awaash Arbaatti loltoota leenjisaa ture eebbisiseera. Leenjiitoota eebbifamaan keessaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Miizaan Teeppii barattoota kuma 1 fi 38 eebbisiise Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Miizaan Teeppii barattoota muummee garaagaraatin barsiisaa ture kuma 1 fi 38 eebbisiiseera. Yuunvaarstiitichi baratootta digrii…
Oduu biyya keessaa Leenjiin bulchiinsa lafaa fi bulchiinsa itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa ture… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Leenjiin bulchiinsa lafaa fi bulchiinsa itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa xuree xumurameera. Leenjiichi magaalaa Adaamaa Galmaa Abbaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan preezdaantii Somaalee Laandii waliin mari’ataniiru Obse Wakgari Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)-Ministir deettaan ministeera Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Preezdaantii Somaalee Laandii Muusee Baayii Abdii waliin mari’ataniiru. Marii isaanii…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen misoomaa diinagdee dijiitala tumsuu danda’uu mallateeffame Obse Wakgari Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Misooma diinagdee dijiitalaa Ityoophiyaa tumsuuf kan dandeessisuu waliigalteen Ityoophiyaa fi Jarmaan gidduutti mallateeffameera. Waliigaltichi misooma…
Oduu biyya keessaa Qamadiin, Zayinni, Sukkaarrii fi Ruuziin qaraxaa fi taaksiirra bilisa akka ta’an murtaa’e Obse Wakgari Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)-Dhiibbaa qaala’insi jireenya hawaasaarra gahaa hir’isuuf Qamadiin, Zayinni, Sukkaarrii fi Ruuziin qaraxaa fi taaksiirra bilisa akka ta’an murtaa’eera.…