Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Hargeessaa galan Obse Wakgari Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Ministirr Deettaan Ministeera dhimma Biyyaa Alaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Somaalii Laandii Hargeessaa galan.…
Oduu biyya keessaa Waldichi abbootii warraa sababa garee shororkeessaa ABUT’tiif buqqa’aniif deeggarsa taasise Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Waldaan Fannoo Dimaa Ityoophiyaa abbootii warraa kuma 1 sababa garee shororkeessaa ABUT'tiif buqqa’aniif deeggarsa taasiseera. Waldichi sababa gareen…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi gamoo dhaabbii konkolaattoota gabaa Shoolaa raawwatamaa jira Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Ijaarsi gamoo dhaabbii konkolaattoota gabaa Shoolaa raawwatamaa jira. Gamoon kun lafa jalaa abba darbii lamaa fi lafarraa ol ammoo abbaa darbii 5 kan…
Oduu biyya keessaa Fulbaana 24 mootummaan akka hundeeffamuu ibsame Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Baatii Fulbaana 24 mootummaan akka hundeeffamuu Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon ibsaa gaazixeessitootaaf laataniin…
Oduu biyya keessaa Biirichi bara barnootaa 2014tti barattoota miiliyona 11.7 ol galmeessuuf karoorsuu ibse Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa bara barnootaa 2014tti barattoota miiliyona 11.7 ol galmeessuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu beeksiseera. Hojiin…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Samaraa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Samaraa naannoo Affaar godina Kiilabaatii aanaa Baarahilleerratti waraanaa gareen shororkeessaa ABUT baneen lammiilee buqqa’aniif deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Man-kuusaawwan USAID garee shororkeessaa ABUT’n saamamuun mirkana’e Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Man-kuusaawwan Dhaabbata Deeggarsaa Ameerikaa (USAID) garee shororkeessaa ABUT’n saamamuun mirkana’eera. Gareen shororkeessaa ABUT man-Kuusaawwan…
Oduu biyya keessaa Filannoo naannoo Hararitti kan gaggeeffamuu nagaan xumuruuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Filannoo naannoo Hararitti kan gaggeeffamuu nagaan xumuruuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Nageenyaa naannichaa beeksiseera. Hoggantoonnii…
Oduu biyya keessaa Adda waraanaa Maayitsabrii Cinaa fi Caanqii kan galee gareen shoroorkeessaa ABUT barbadeeffame Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Adda waraanaa Maayitsabrii Caanaa fi Ceenqi kan galee gareen shoroorkeessaa ABUT barbadeeffamuu hoggantoonni raayyaa ittisa biyyaa addichaa ibasniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Ejansiin dhiyeessii Qorichaa giddugalli Hawaasaa raawwii Kaayizaniin sadarkaa… Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti Ejansiin dhiyeessii Qorichaa giddugalli Hawaasaa raawwii Kaayizaniin sadarkaa Afriikaatti injifachuun isaa manneen hojii mootummaaf barnoota…