Oduu biyya keessaa Haalli Rooba waqtii gannaa cimee itti fufa jedhame Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC) - Ejansiin Raaga haala Qilleensaa Biyyaalessa Ityoophiyaa haalli Roobaa waqtii gannaa cimee kan itti fufu ta’uu beeksiise. Ejansichi haala Roobaa hanga…
Oduu biyya keessaa Manni barnoota Muuziqaa artiist Hacaaluu Hundeessaa eebbifame Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Sirni eebbaa Mana barnoota Muuziqaa artiist Hacaaluu Hundeessaa guyyaa har'aa mooraa Yuunvarsiitii Wallaggaa Keessatti geggeeffameera. Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Geejjibaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Geejjibaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru. Ministir Ministeera Geejjibaa aadde Daagimaawwiit Mogaas,…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa gocha badii garee ABUT ofirra qolachuu qophii… Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa gocha badii garee ABUT ofirra qolachuu qophii ta’uu ibsaniiru. Jiraattoonni godina Walloo Kibbaa aanaa…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti dubartoonni hojjettoota mootummaa raayyaa ittisa deeggarsa Damma taasisan Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti dubartoonni hojjettoota mootummaa fi jiraattoonni magaalaa Ciiraa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Damma taasisaniiru. Dubartoonni…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahiwarq Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Libeertaa Mulaamulaan waajjira isaaniitti simachuun mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti daldaltoota meeshaaleerratti gatii dabalan 26 irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti qaala'iinsa jireenyaan walqabatee daldatootaa waliin guyyaa har'aa mariin taasifameera. Maricharrattis yeroo amma haala biyyi keessa…
Oduu biyya keessaa Ambootti rasaasoonni kumni 1 fi 377 to’annaa jala oolan Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Ambootti rasaasoonni bireenii kumni 1 fi 377 sakattoo taasifameen to’annaa jala oolaniiru. Rasaasoonni kunneen ambulaansiitti fe’amee wayita…
Oduu biyya keessaa Preezdaantoonni naannolee Oromiyaa, Gambeellaa fi Beenishaanguul Gumuuz marii gaggeessan Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Preezdaantoonni naannolee Oromiyaa, Gambeellaa fi Beenishaanguul Gumuuz har’a waajjira preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaatti mari’achuu Sadarkaa Itti…
Fayyaa Magaalootaatti tajaajila wal’ansa cimaa fi balaa tasaa fooyyeessuuf hojjetamaa jira-Dooktar Liyaa Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Magaalootaatti tajaajila wal’ansa cimaa fi balaa tasaa fooyyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan himaniiru.…