Hojjeettoonni Biirichaa raayyaa ittisaaf deeggarsa miindaasaanii baatii 1 laachuuf murteessan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Hojjeettoonni Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa miindaasaanii baatii tokkoo Birrii miiliyoona 3.8 ol laachuuf murteesaaniiru.…