Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad erga baga gammaddanii dabarsan Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan warqee isa jalqabaa fiigicha meetira 10,000 tiin Salamoon…
Ispoortii Olompiikii Tookiyootin Ityoophiyaan warqee jalqabaa argatte Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Olompiikii Tookiyootin Ityoophiyaan warqee jalqabaa argatteetti. Olompiikii Tookiyoo dorgoommii dhirootaa meetira kuma kudhaniitin Solomoon Baarigaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Maartiin Giraaftiis waliin mari’atan Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti itti aanaan barreessaa dhimmoota namoomaa fi qindeessaa deeggarsa yeroo…
Ispoortii Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darban Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darban Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni…
Oduu biyya keessaa Gabaasni Faayinashiyaal Taaymiis dhimma naannoo Tigraay ilaalchisee baasee dhugaa jiru giddugaleessa… Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Gabaasni Faayinashiyaal Taaymiis dhimma naannoo Tigraay ilaalchisee baasee dhugaa jiru giddugaleessa kan godhate miti. Gabaasni barruun…
Oduu biyya keessaa Dargaggoota naannoo Sidaamaa Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifamaa jira Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Dargaggoota naannoo Sidaamaa Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifamaa jira. Raayyaa ittisa biyyaatti makamuun daangaa biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Iyoob Tolinaa hoji raawwachiisa olaanaa Saafaarikoom Ityoophiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Ministir Deettaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyoob Tolinaa hoji raawwachiisa olaanaa Saafaarikoom Ityoophiyaa Anwaar Koosaa waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa humnoota nageenyaa naannoo Affaaritti argamaniif deeggarsa meeshaalee adda… Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Finfinnee humnoota nageenyaa naannoo Affaaritti argamaniif meeshaalee nyaata adda addaa taasiseera. Bulchiinsi magaalichaa gareen…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat baarreessituu olaantuu dhimmoota siyaasaa fi ijaarsa nageenyaa Dhaabbata… Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil baarreessituu olaantuu dhimmoota siyaasaa fi ijaarsa nageenyaa Dhaabbata Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Weebsaayitii haaraan diyaaspooraan Ityoophiyaa deeggarsa maallaqa ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf… Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Weebsaayitii haaraan itsmydam.et diyaaspooraan Ityoophiyaa deeggarsa maallaqa ijaarsa hidhaa haaroomsaa guddichaaf walitti qabamu hojii eegaleera.…