Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan Obse Wakgari Jul 28, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Ministirri Dhimma alaa Aljeeriyaa daawwannaa hojiitif Finfinnee galaniiru. Deetaan ministeera dhimma alaa Ambaasaddar…
Oduu biyya keessaa Jimmaa Abbaa Jifaar leenjisaa haaraa mallatteessifate Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Jimmaa Abbaa Jifaar Ashannaafii Baqqalaa leenjisaa taasisuun mallatteessiseera. Bara 2010 sochii olaanaa…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT diina ummata Tigraay ta’uu ifatti muul’iseera – Dooktar Abiy Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT diina ummata Tigraay ta’uu ifatti muul’iseera jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Giddu Galli Kontiijantii Leenjii Loltummaa Huursoo loltoota leenjii bu’uurraa leenjisaa ture… Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Giddu Galli Kontiijantii Leenjii Loltummaa Huursoo loltoota Raayyaa Ittisaa marsaa 2ffaaf leenjii bu'uurraa leenjisaa ture eebbisiiseera.…
Biiznasii Biiroon Galiiwwanii Finfinnee galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabe Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Bara baajataa 2013’tti galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabuu, Biiroon Galiiwwanni bulchinsa magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoosii fi Injibaaraan barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan… Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoosii fi Injibaaraan barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan marii hidha haaromsaa mariisisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamuu milkiin xumuruuf… Obse Wakgari Jul 13, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan marii sadeenii hidha haaromsaa mariisisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamuu milkiin xumuruuf ejjenno qabdu beeksifteetti. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Torbee kana Shakkamtoota miseensota garee shororkeessaa ABUT himanni ni banama jedhame Obse Wakgari Jul 13, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Torbee kana Shakkamtoota miseensota garee shororkeessaa ABUT himanni ni banamuu ta’uu Itti Aanaan Abbaa Alangaa Waliigalaa obbo Fiqaadu Tsaggaye ibsan.…
Fayyaa Talaalliin vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaan boruurra eegalee dhaabbilee Fayyaa keessaatti ni… Obse Wakgari Jul 13, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Talaalliin vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaan boruurra eegalee dhaabbilee Fayyaa keessatti akka kennamu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa…
Teeknooloojii Ityoo Teeleekoom bara 2013 lakkoofsi maamiltootasaa miiliyoona 56.2’n qaqqabuu ibse Obse Wakgari Jul 13, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Ityoo Teeleekoom bara 2013 lakkoofsi maamiltootasaa miiliyoona 56.2’n qaqqabuu ibseera. Ityoo Teeleekoom gabaasa raawwii hojii bara baajata 2013…