Oduu biyya keessaa Iddoowwan tokko tokkootti buufataleen filannoo cufamaniiru Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Buufatalee filannoo tokko tokkootti adeemsii sagalee laachuu guutuumma guutuutti xumuramuu hordofee buufataleen filannoo cufamaniiru. Adeemsi…
Oduu biyya keessaa Godina Kafaa buufatalee filnnoo tokko tokkootti hanqina waraqaa filannoo muudatee sirreessuuf… Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Kafaa buufatalee filannoo tokko tokkootti hanqina waraqaa filannoo muudatee sirreessuu hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Faanaa Broodkaasting…
Oduu biyya keessaa Adaamaatti namoonni dhuunfa adeemsa filannoo burjaajeessuf yalaanii fi meeshaa waraanaa qabachuun… Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti namoonni dhuunfa 2 adeemsa filannoo burjaajeessuf yalaanii fi buufata filannootti meeshaa waraanaa qabachuun argaman adabbii hidhaa…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Nifaas Silki laaftootti haatii da’umsaaf gahaa jirtu filannoo marsaa 6ffaaf sagalee… Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Jiraattuun kutaa magaalaa Nifaas Silki laaftoo aadde Baanchigizee Asraat yaroo ulfaatti bakka bakkatti socho’uun ulfaataa ta’uus anaafis ta’ee dhala koo…
Oduu biyya keessaa Aanaa Odaa Bultumitti filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Harargee Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultumittii filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffamaa jira. Filannoon biyyaaleessaa marsaa 6ffaan…
Oduu biyya keessaa Komishinichi naannoo Oromiyaatti filannoon haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibse Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Komiishiniin Poolisii Oromiyaa naannoo Oromiyaatti filannoon haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibseera. Koomishinichi filannoon biyyaalessaa marsaa…
Waajabila Faanaa Jiraattuun godina Arsii aadde Abarraash filannoo marsaa 6ffaaf sagalee erga laattee booda ilma… Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Jiraattuu Godina Arsii aanaa Heexosaa ganda Haxxee Handoodee kan taatee aadde Abarraash Guutaa Baqqalaa ganama barraaqa filannoof baatee hiriirarra osoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Jimmaa Aanaa Gommaa buufata filannoo Bashaashaa Sokoteetti argamuun sagalee laataniiru. Nannoo…
Oduu biyya keessaa Filannichi haalaa gaariin gaggeeffamaa jira-Boordii Filannoo Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Walitti qabduun Boordiin Filannoo Biyyoolessaa aadde Burtukaan Miidhaksaa hanga ammatti adeemsii filannichaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Godina Qellem Wallaggaatti filannoo marsaa 6ffaa kara nagaan gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti Filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffama jira jedhameera. Godinichatti Buufataalee filannoo garagaraa irratti…