Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti duulli Ashaaraa Magarisaa gaggeeffame Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti duulli Ashaaraa Magarisaa gaggeeffameera. Bara kana akka magaalaa Adaamaatti biqiltuun miiliyoona 4 dhabamuuf kan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan dhaabbii biqiltuu mata duree ‘Nan filadha Ashaaraa Magaariisaa kiyyas nan ka’aa’ jedhu… Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Ministeerri Qonnaa sagantaan dhaabbii biqiltuu mata duree ‘Nan filadha Ashaaraa Magaariisaa kiyyas nan ka’aa’ jedhu guyyaa boruu ni gaggeeffamaa jechuun…
Oduu biyya keessaa Naannolee filannoo saanduqoonni cuquliisni waraqaa sagalee laachuu qabatan banamanii argamanitti… Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Naannolee filannoo saanduqoonni cuquliisni waraqaa sagalee laachuu qabatan banamanii argamanitti filannoon hin gageeffamnee ta’uu Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Komishiinichi filannoo guyyaa boruu karaa nagaan akka gaggeeffamuuf qophii duraa xumuru ibse Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Komiishinii Poolisiin Oromiyaa filannoo guyyaa boruu karaa nagaan akka gaggeeffamuuf qophii duraa xumuru ibseera. Komishiinichi qophii hundaa xumuree…
Oduu biyya keessaa Buufataalee filannoo magaalaa Adaamaa dabalatee godina Shawaa bahaa meeshaaleen filannoo qaqqabeera Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Buufataalee filannoo magaalaa Adaamaa dabalatee godina Shawaa bahaa meeshaaleen filannoo qaqqabuu ibsame. Buufataleen filannoo kunnee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Somaaliyaan waliigaltee daldalaa mallatteessan Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Somaaliyaan waliigaltee daldalaa mallatteessaniiru. Biyyoonni lamaan waliigaltee daladalaa oomishaa qurxummii Mooqaadishoo gara…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Araadaatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiraachuu ibsameera. Kutaa magaalichaatti buufatalee 98 qaba jedhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Komishinichi filannoon guyyaa boruu gaggeeffamu karaa nagaan akka xumuramuuf qophii barbachiisaa… Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Komiishinii Poolisii Federaalaa filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeeffamuu karaa nagaan akka xumuramuuf qophii barbaachisaa xumuruun…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni bulchiinsa Magaalaa Baabbilee filannoo marsaa 6ffaaf qophii ta’uu himan Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti jiraattoonni Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee filannoo marsaa 6ffaaf qophii ta’uu himaniiru. Jiraattoonni Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Godina Gujiitti qophiin filannoo xumuramu ibsame Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Gujiitti qophiin filannoo xumuramuu ibsameera. Meeshaan filannoo buufataalee filannoo 572 qaqqabuu ibsameera. Jiraattoonnii godinichaa erga…