Oduu biyya keessaa Gimbiitti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumuramu ibsame Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Wallagga Lixaa magaalaa Gimbiitti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumuramuu ibsameera. Naannoo Buufataalee filannoo Gimbiitti Filannoo…
Oduu biyya keessaa Adaraa biyyi nurra keessee haqummaan haa baanuu-kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggoo filannoo… Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Adaraa biyyi nurra keessee haqummaan haa baanuu jechuun kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggoo filannoo raawwachiisaan himaniiru. Filannoon marsaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti filannoon geejjibaa hundi filannichaaf ganamarra eegalanii tajaajilaa ni laatu-Biiroo… Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Filannoo guyyaa boruu gaggeeffamuuf magaalaa Finfinneetti filannoowwan geejjiba hundi ganamarraa eegalanii tajaajilaa kan laataan ta’uu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Aggaarootti filannoon marsaa 6ffaaf qophiin xumurame Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Magaalaa Aggaaroo fiGommaa naannoo filannoo 2 tti Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii dabalatee Izeemaa fi Paartiin Haadhaa mana maree bakka…
Oduu biyya keessaa Giddugaleessa Gondaritti filannoo guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin xumuramu ibsame Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Naannoo Amaaraa giddugaleessa Gondaritti filannoo biyyaaleessaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu taasifamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Humni eeggataa Afrikaa Bahaa garee filannoo taajjabu gara Ityoophiyaatti ergu ibse Obse Wakgari Jun 18, 2021 0 Fifinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Humni eeggataa Afrikaa Bahaa garee filannoo taajjabu gara Ityoophiyaatti ergu ibseera. Gareen taajjabduu kun affeerraa Ityoophiyaan taasifteefin…
Oduu biyya keessaa Manneen Murtii Federaalaa guyyaa filannoo gariin banaa ta’uun tajaajila ni laatuu jedhame Obse Wakgari Jun 18, 2021 0 Fifinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Manneen Murtii Federaalaa Waxabajjii 14, 2013 filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa gariin banaa ta’uun tajaajilaaf ni laatuu jedhameera. Manneen murtii…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Shawaa Bahaa namoota Magaalaa Axaayeetti rakkoof saaxilamaniif deeggarsa… Obse Wakgari Jun 18, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Jiraattoonni Godina Shawaa Bahaa Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Axaayeetti namoota sababa rakkoo tibba darbe mudateen rakkoof…
Fayyaa Filattoonni of eeggannoo covid-19 taasisuu akka qaban Inistityuutiin Fayyaa Hawaasa Ityoophiya… Obse Wakgari Jun 18, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Lammiileen sagalee laachuuf wayita gara buufatalee filannoo deemaan of eeggannoo vaayrasii koroonaa barbaachisuu taasisuu akka qaban Inistityuutiin…
Oduu biyya keessaa Mariin shoora hayyoota Hidha haaromsaa guddicharratti xiyyeeffate viidiyoo konfiraansiin gaggeeffame Obse Wakgari Jun 18, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Mariin shoora hayyoota Hidha haaromsaa guddicharratti xiyyeeffate viidiyoo konfiraansiin gaggeeffameera. Maricha Ministeera Dhimma Alaa, Ministeera…