Oduu biyya keessaa Qormaanni kutaa 8ffaa guyyoota 3f laatamaa ture xumurame Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa guyyoota sadiif kennamaa ture xumuramuu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise. Oromiyaa keessatti qormaatni kutaa 8ffaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jaappaan deeggarsa dhaabbata leenjii nageenya kabachiisuu idil addunyaaf taasise Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Mootummaan Jaappaan dhaabbata leenjii nageenya kabachiisuu idil addunyaaf deeggarsa doolaraa Ameerikaa kuma dhibba 8 fi kuma 50 taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godina Beenchii Shakkoo magaalaa Miizaan Amaan akka naannichaatti sagantaa Asaahaaraa… Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Har’a ganama Godina Beenchii Shakkoo magaalaa Miizaan Amaan kan galaan Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad akka naannichaatti sagantaa Asaahaaraa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Miizaan Amaan galan Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimid magaalaa Miizaan Amaan galaniiru. Dooktar Abiy Ahimad naannoo Kibbaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa 2013…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti giddugalli Misooma Ogummaa fi Teekinikaa Afriikaa Bahaa ijaarramuufi Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti giddugalli Misooma Ogummaa fi Teekinikaa Afriikaa Bahaa ijaarramuufi. Giddugalichi deeggarsa Baankii Addunyaarra doolaraa…
Ispoortii Waliigalteen istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuuf dandeessisu mallatta’e Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Komiishiniin Ispoortii FDRI istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuu fi tajaajilaa sadarkaa isaa eeggatee laachuu akka danda’uu taasisuuf waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa filannoon dhufuu nagaan akka xumuramuuf waamicha dhiyeessan Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa filannoon dhufuu nagaan akka xumuramuuf waamicha dhiyeessaniiru. Filannoon marsaa 6ffaa dhimmoonni…
Idil Addunyaa Baayidaanii fi Puutiin to’annoo meeshaa waraanaa fi nageenyaa saayibeeriirratti marii taasisuuf… Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidaanii fi gita isaanii Raashiyaa Viildaamiir Puutiin waliin to’annoo meeshaa fi nageenya saayiberiirratti marii…
Oduu biyya keessaa Nageenyi Ityoophiyaa nageenya Gaanfaa Afrikaaf murteessaa ta’uu ibsame Obse Wakgari Jun 17, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Mallas Alam sadarkaa itti aanaa bareessaatti daayreektarri olaanaa waajjiira Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaa Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama jedhameera. Proojektichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 6'n hojjetamee…