Walga’iin Mana Maree Ministeeroota Biyyoota bahaa laga Naayil 33ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Walga’iin Mana Maree Ministeeroota Biyyoota bahaa laga Naayil 33ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’ichaan karaa biyyoota yaa’aa Naayil…