Maallaqoonni biyyoota alaa seeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Maallaqoonni biyyoota alaa seeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala oolaniiru.
Doolaarri Ameerikaa kumni 209, Yuuroon kumni dhibbi 1 fi kumni…