Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Paarkii Samaraa eebbisiisan Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Paarkii Samaraa eebbisiisuun banaa taasisaaniiru. Ijaarsi marsaa jalqabaa paarkichaa lafa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy preezdaant Ismaa’eel Omaar Giilleeh ergaa baga gammadanii dabarsan Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Omaar Giilleeh sirna waadaa galuusaanii ilaalchisee ergaa baga gammadanii…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti qonnaan bultootaa waraqaa ragaa abbaa aabeenyummaa mirkaneessi… Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti qonnaan bultootaa 1,210f waraqaa ragaa abbaa aabeenyummaa mirkaneessi lafaa laatameera. Qorannoo kutaan bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Filannoon marsaa 6ffaa Caamsaa 30 gaggeeffamuuf ture dheerate Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Filannoon marsaa 6ffaa Caamsaa 30 gaggeeffamuuf ture dheerachuu ibseera. Filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa Caamsaa 28,…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Buraayyuutti waraqaan ragaa waldaalee mana jireenyaa fi qabiyyee durii jiraattotaaf laatame Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Buraayyuutti waraqaa ragaa waldaalee mana jireenya, qabiyyee durii, ISA(DLD) fi ‘Green area’ jiraattota magaalichaf laatameera. Ragaan qabiyyee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa Finfinneetti kabajamaa jira Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Sirna kabajaa ayyaanichaarratti Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Buufanni Saatalaayitii Bizhaa Yuuroo miiliyoona 3’n ijaarrame eebbifame Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Buufanni Saatalaayitii Bizhaa odeeffannoo fudhatuu fi to’atu Yuuroo miiliyoona 3’n ijaarrame eebbifame Ispees Saayinsii fi Teeknooloojii Ityoophiyaa kan…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf hirmaannaa hunda galeessaa cimsuun barbaachisaadha-Obbo Dammaqaa Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin sagantaa irraa deebii ittisa COVID-19 biyyoolessaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galaniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna waadaa galuu preezdaantii Jibuutii…
Oduu biyya keessaa Taaworiin to’annoo daandii qilleensaa 4 Birrii miiliyoona 100 oliin ijaarame boruu ni eebbifama Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Taaworiin to’annoo daandii qilleensaa 4 Birrii miiliyoona 100 oliin ijaaramee guyyaa boruu ni eebbifama jedhameera. Ijaarsa kun Abbaa Taayitaa Siiviil…