Rookkeettin Chaayinaa guddichi Hawwaarraa gara lafaatti ni kufa jedhamee eegama
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)-Rookkeettin Chaayinaa guddichi Loong Maarch 5B jedhamu Hawwaarraa ariitiin gara lafaatti dhufaa jiraachuu himameera.
Gara lafaatti yeroo kufuu naannoo kam…