Gibtsitti baatii tokko keessaatti yeroo 2ffaaf balaan baaburaa qaqqabe
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Gibtsitti baatii tokko keessaatti yeroo 2ffaaf balaan baaburaa qaqqabeera.
Biyyattiitti balaa baaburaa baatii tokko keessatti yeroo lammaffaaf qaqqabeen…