Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa erga balallii eegalee har’a waggaa 75ffaa qabate
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa erga balallii eegalee har’a waggaa 75ffaa kabajaa jira.
Daandiin qilleensichaa waggaa 75 dura akkumaa guyyaa har’a…