Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf liqaa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona 500 raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)-Baankiin Addunyaa karooraa waliinga'insa humna elektirikaa Ityoophiyaan qabatte milkeessuuf liqaa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona 500 raggaasiseera.…