Tigraayitti lammiilee miiliyoona 4.2 oliif deeggarsi miidhaan nyaata taasifameera-Ministeera Dhimma…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti lammiilee miiliyoona 4.2 oliif deeggarsii miidhaa nyaata fi meeshaalee nyaatan alaa taasifamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…