Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Muummee Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galaniiru. Dooktar Abiy wayita Hawaasaa ga'aan hoggantoonnii fi jiraattoonni…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti oomishni Qamadii jallisii boneen misoome heektaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 30 ol… Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti oomishni Qamadii jallisii boneen misoome heektaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 30 ol sassabamuu kan eegalee yoo ta’u, naannoo Amaaraatti…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gita isaanii Fiinlaand waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Fiinlaand Peekaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi dhaabbilee 42 naga’ee sobaa raabsuun waliin dhahaa turan adda baasuu ibse Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii dhaabbilee 42 naga’ee sobaa raabsuun waliin dhahaa turan adda baasuu beeksisee. Ministeerichi dhaabbilee kunneen baatiwwan 7…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sabbataatti maallaqni biyyoota adda addaa seeraan alaa to’annaa jala oole Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Sabbataattii maallaqni biyyoota adda addaa seeraan alaa to’annaa jala oolu Komiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise. Magaalichatti…
Oduu biyya keessaa Humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf waliigalteen mallattaa’e Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)-Ityoophiyaatti humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf waliigalteen mallattaa’eera. Waliigaltichi Muummeen Ministiraa…
Fayyaa Ejansichi talaallii COVID-19 raabsuu ibse Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ejansiin dhiyeessii qoricha Ityoophiyaa talaallii vaayarsii koroonaa naannoolee fi bulchiinsota magaalaa hundaaf raabsuu itti gaafatamaa garee raabsaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimma nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimma nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru. Waliigalticha Komishinara komishinii Federaalaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa talaallii vaayrasii koroonaa imalchiisu eegale Obse Wakgari Mar 11, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa talaallii vaayrasii koroonaa Moombaayii gara Finfinnee fi Beejiingii gara Biraazaaviil imlachiisaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Qonnaa dhaabbilee 2 waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse Obse Wakgari Mar 11, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) –Ministeerri Qonnaa Dhaabbilee Saawuud Arabiyaa Naashinaal Aveeshiinii fi daldalaa hoorii dhaabbii Mahaammad Hamiid jedhamu waliin mallateessera.…