Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa muudama adda addaa laate Obse Wakgari Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 13ffaa waggaa 6ffaa bara hojii Caffee 5ffaa gaggeesseen muudama adda addaa laateera. Haaluma kanaan:-…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaa marii viidiyoo konfiraansiitin Awustaraaliyaatti kabajame Obse Wakgari Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)-Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan qopheessummaa Embaasii FDRI tiin Awustaraliyaatti marii viidiyoo konfiraansiitin kabajameera. Maricharratti…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanach Abeebee fi itti aanaa preezdaantiin naannoo Harariin durfamu Maqalee gale Obse Wakgari Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)-Jilli Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi itti aanaa preezdaantii obbo Ordiin Baadriin durfamu magaalaa Maqalee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Finfinneetti sosochiin ispoortiin kabajame Obse Wakgari Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)- Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Finfinneetti sosochiin ispoortiin kabajameera. Kabaja ayyaanichaarratti itti aantuun kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Aksuumiin ilaalchisee gabaasni Aminstii Intarnaashinaal baasee maddii odeeffannoo… Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Magaalaa Aksuumiin ilaalchisee gabaasni Aminstii Intarnaashinaal baasee maddii odeeffannoo fayyadamee haqaa fiduuf hin fayyaduu jechuun Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waldaa Hojii Gamtaa Shamattootaaf liqii Birrii miiliyoona 500 laate Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waldaa Hojii Gamtaa Shamattootaaf liqii Birrii miiliyoona 500 laateera. Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qindoominaan hojjechaa jiraachuu… Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qaamolee tumsiitoota fi deeggartoota waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa mallattoo tokkummaa fi bu’aa walooti-obbo Adaam Faraah Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adaam Faraah Injifannoon Adwaa mallattoo tokkummaa fi bu'aa walooti jedhaniiru. Ityoophiyaan biyya…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Adwaa fakkeenya tokkummaa fi waliin jireenya ummattoota Ityoophiyaati –Obbo Musxafee… Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Jigjigaatti sirnoota garaagaraatin kabajameera. Sirnicharrtti itti aanaa preezdaantii naannoo…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise Obse Wakgari Feb 26, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasisuu beeksise. Bulchiinsi magaalichaa hojii qabeenyaa…