Lammiilee naannoo Tigraay gara Sudaanitti baqataan kuma 60 gara biyya deebisuuf hojjetama jira
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Lammiilee naannoo Tigraay gara Sudaanitti baqataan kuma 60 gara biyya deebisuuf hojjetama jiraachuu Daayreektarri olaanaan Eejansii Godaantootaa fi…