Oduu biyya keessaa Manni marichaa boruu walga’ii idileesaa ni gaggeessa Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata walga’ii idilee waggaa 6ffaa bara hojii 10ffaa boruu ni gaggeessaa. Galmaa walga’ii Waajjira Muummee…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan jila Paartii Yuunaayiiid Raashiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen jila Paartii ‘Yuunaaytiid Raashiyaa’ waliin mari’ataniiru. Jilli itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa proojekti Maaddii Biyyaaf Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5ol… Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa proojekti Maaddii Biyyaaf Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5 ol walitti qabaniiru. Galii kanas walitti kan qaban…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayin dabalatee iddoowwan deeggarsi namoomaa barbaachisutti hojiiwwan hojjetamaa jiran… Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayiin dabalatee iddowwan deeggarsi namoomaa barbaachistutti hojiiwwan hojjetamaa jiran cimee itti fufuu Ministeerri Nageenyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Seektaraalee magaalota Oromiyaa baatiwwan 6 keessaatti galiin Birrii biiliyoonni 16 ol walatti… Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Seektaraalee magaalota Oromiyaatti baatiwwan 6 keessaatti galiin Birrii biiliyoonni 16 ol walatti qabamuu itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu…
Biiznasii Baatiwwan 6 darbanitti Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 43 liqii fi deeggarsaan biyyaa… Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Baatiwwan 6 darbanitti Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 43 liqaa fi deeggarsii alaa biyyaa keessaa galanii fi gara fula duratti galan argamuu…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti manneen gandaa seeraan alaa qabamanii turan harka qalleeyyif dabarfaman Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti karaa seeraan alaatin manneen gandaa qabamanii turan gadi lakkisiisuun jirattoota magaalichaa rakkoof saaxilamaanif kan darbarfamaan…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Yuunaaytiid Raashiyaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Yuunaaytiid Raashiyaa dhimmota waloorratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru. Waliigaltichi hariiroo…
Oduu biyya keessaa Hojimaata diinagdee qonnaa foyyeessun gara hojiitti kan galuu sirni liizii faayinaansii haala… Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Hojimaata diinagdee qonnaa foyyeessuun gara hojiitti kan galuu sirni liizii faayinaansii haala qabatamaa Ityoophiyaa tilmaama keessa kan galchee ta’u akka…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa Fiichee hiriira deeggarsa bahaan Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiichee hiriira deeggarsa hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru. Fuula…