Ityoophiyaa fi Jaappaan misooma daandiif Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 90 mallateessan
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa fi Jaappaan misooma daandiif waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 90 mallateessaniiru.…