Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Walqixxee barattootta kuma 2 fi 472 eebbisise Obse Wakgari Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Yuunvarsiitiin Walqixxee muummeewwan garaagaraatin barattootaa barsiisaa ture kuma 2 fi 472 eebbisiiseera. Sirna eebbichaarratti itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiiwwan naannoo Tigraayitti argamanitti barnoota itti fufsisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiru… Obse Wakgari Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiiwwan naannoo Tigraayitti argamanitti barnoota itti fufsisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Lidataatti iddoon tursiisa taabootaa dirree Machaaree qulqulleeffame Obse Wakgari Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lidataatti iddoon tursiisa taabootaa dirree Machaaree qulqulleeffameera. Duula qulqulliinaa kana irratti abbootiin…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa Ityoophiyaatti hojii dameewwan teeknooloojii fi innooveeshinii eegalaman deeggaruu… Obse Wakgari Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Hooggantoonni Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Ityoophiyaatti jila daayreektara Baankii Addunyaa Oosmaan Diyoon waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanoonni Kataraa fi Cuuphaa nagaan akka kabajamuuf qophiin xumuramee gara hojiitti galamuu ibsame Obse Wakgari Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)-Ayyaanoonni Kataraa fi Cuuphaa bara kana nagaan akka kabajamuuf qophiisaa xumuree gara hojiitti galuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Filannoo dhufuuf hanqinnii fi ciminni naannolee hundaa adda ba’uu ibsame Obse Wakgari Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)-Filannoo marsaa 6ffaa rakkoon nageenyaa akka hin muudanneef ammarraa eegalee qophiin taasifamaa jiraachuu ibsameera. Karooraa filannoo naannolee fi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Turkii jijjiirraa daldala gidduusaanii jiru Doolaraa biiliyoona 1 qaqqabsisuuf… Obse Wakgari Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)-Ityoophiyaa fi Turkii jijjiirraa daldalaa giddusaanii jiru Doolaraa Ameerikaa biiliyoona 1 qaqqabsisuuf waliigalteerra ga’uu beeksisan. Bakka…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni godina addaa Oromiyaa naannawaa Finfinnee misooma jiru irraa waggoota dheeraaf… Obse Wakgari Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Jirattoonni godina Addaa Oromiyaa naannawaa Finfinnee bu'uuraalee misoomaaf madda ta'aanis misooma jiruu irraa waggoota dheeraaf fayyadamoo hin taane…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jigjigaatti manneen barnoota sadarkaa 2ffaan 2 waajjira Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachaw… Obse Wakgari Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)-Naannoo Sumaalee magaalaa Jigjigaatti manneen barnoota sadarkaa 2ffaan 2 waajjira Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachaw ijaarame eebbifameera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Obbo Malaakuu Allabal Ministira Daldalaa Turkii Raashiisaas Peekaan waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allabal Ministira Ministeera Daldalaa Turkii Raashiisaas Peekaan waliin dhimma biyyoota…