Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee naannoo Oromiyaa godinalee garaagaraatti daawwannaa taasise
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee naannoo Oromiyaa godinalee garaagaraatti hojii bu’uraalee misoomaa daawwateera.
Garichi godina Booranaa aanaa Yaa’a…