Oduu biyya keessaa Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo eebbifame Obse Wakgari Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo baasii Birrii miiliyoona 60 ijaarramee fi yuuniyeenichi warshaan daabboo Birrii miiliyoona 5 bitee har’a…
Oduu biyya keessaa Korporeeshiniin Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin mari’ata jira Obse Wakgari Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Korporeeshiniin Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin mari’ata jira. Hojiileen kana dura hojjetamaan irrattii fi gara…
Oduu biyya keessaa Garee yakkamtootaa seeratti dhiyeessuu itti fufna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari Dec 14, 2020 0 Dooktar Abiy har'a waaree booda naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti hoggansa raayyaa ittisa biyyaa fi bulchiinsa yeroo naannichaa waliin mari'ataniiru. Tajaajilli teelekoomii fi…
Oduu biyya keessaa Namoonni 2,234 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 422 irratti vaayrasichi argameera. Obse Wakgari Dec 11, 2020 0 Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)-Namoonni 2,234 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 422 irratti vaayrasichi argameera. Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Gambeellaatti mana nama dhuunfa keessaatti meeshaaleen waraanaa adda addaa 199 to’aman Obse Wakgari Dec 11, 2020 0 Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)- Magaalaa Gambeellaatti mana nama dhuunfa keessaatti meeshaaleen waraanaa adda addaa 199 to’amuun poolisiin naannichaa beeksiseera. Sakattoo miseensoota…
Oduu biyya keessaa Ergaa Tumsa Tajaajila Lammummaarratti Preezdaant Shimallis Abdiisaan dabarsan Obse Wakgari Dec 11, 2020 0 Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)-Ergaa Tumsa Tajaajila Lammummaa Preezdaant Shimallis Abdiisaan dabarsan. Ergaa guutuun akka armaan gaditti dhiyaateera. Kabajamaa…
Oduu biyya keessaa Qajeelchi Poolisii Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu uffata Milishaa garee gantuu, Fanjii Farra Namaa,… Obse Wakgari Dec 11, 2020 0 Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)-Qajeelchi Poolisii Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu uffata Milishaa garee gantuu, Fanjii Farra Namaa, Boonbii fi Noottii Birrii sobaa dabalatee ragaalee sobaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Diing Lii waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)-Chaayinaatti ambaasaaddarri FDRI Taashoomaa Toogaa Gargaaraa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Diing Lii waliin haala waqtaawaa biyyaa fi hariiroo…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa damee qonnaaf kan oolu Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 6f deeggarsa doolaraa… Obse Wakgari Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)-Boordiin daayreektaroota Baankii Addunyaa jijiirramni qabeenya qilleensaa damee qonnaa irratti sodaa ta’a jiru deeggaruu fi cimsuuf Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Walga’ii Mana Maree Ministirootaa har’atiin karoorri biyyooleessaa waggaa 10 Ityoophiyaan… Obse Wakgari Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)- Walga’ii Mana Maree Ministirootaa har'atiin karoorri biyyooleessaa waggaa 10 Ityoophiyaan saffiisaa olaanaan akka guddattu gargaaru kaabineen ragga’u…