Ministeerri Barnootaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasise
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa raayyaa ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf bobba’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisu beeksise.
Saganta…