Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaattii barnoonni eegaleera Obse Wakgari Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Barnoonni bara kana addaan cite turee har’a eegaluu Biiroon Barnoota naannoo Oromiyaa beeksise. Naannichatti oolmaa daa’immaniitiin…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni sabaa fi sablammoota 15ffaan naannoo Harariitti kabajameera Obse Wakgari Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Ayyaanni sabaa fi sablammoota ummattoota Ityoophiyaa bara kana yeroo 15ffaan naannoo Harariitti kabajameera. Ayyaanichi mata duree “ tokkumaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota maqaa magaaloota Goodee fi Asoosaan moggaafaman Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota maqaa naannoo Sumaalee magaalaa Goodee fi Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaatin moggaafamaniiru. Maqichi…
Oduu biyya keessaa Jibuutiin nageenyaa fi tokkummaa Ityoophiyaaf deeggarsa ni taasifti- preezdaant Ismaa’eel Omaar… Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)-Guyyaa har’a daawwannaa hojiif Jibuutii kan gala preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Omaar Gillee waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Tokkummaan sabdaneessaa yoomiyyuu ni injifata-Paartii Badhaadhinaa Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Waggoottan lamaan darbanitti gaaffii demookaraasii dhugaa uummata deebisuu fi sirna mootummaa ifoome ijaaruuf jijjiirrama waarawaa fiduuf Ityoophiyaaf…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshiinii raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen erga baga gammadaanii dabarse Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Manni Maree Federeeshiinii raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen erga baga gammadaanii dabarseera. Raayyaan Ittisa Biyyaa duula olaantummaa seeraa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni sabaa fi sablammootaa 15ffaan magaalaa Finfinneetti kabajame Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Ayyaanni sabaa fi sablammootaa 15ffaan magaalaa Finfinneetti kabajameera. Ayyaanicha itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee,…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Walqaayit, Xagadee fi Daanshaa raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen… Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Walqaayit, Xagadee fi Daanshaa raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee ibsaniiru. Jiraattoonni…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Adaamaa raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee… Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Adaamaa raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee ibsaniiru. Jiraattoonni kunneen gammachuu…
Oduu biyya keessaa Yoo booji’amnes juuntaa ABUTtiin osoo hin taanee Ityoophiyaa fi Ityoophiyuummanidha-L/J Baacaa… Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)-Raayyaan ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeessaa turee xumuruun hawaasa gara qe’eesaatti deebiisu eegaluu…