Oduu biyya keessaa Ijaarsi proojektii Diimaa- Raad xumuramee Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Ijaarsi proojektii daandii Diimaa-Raad kan Ityoophiyaa Sudaan Kibbaa waliin wal qunnamsiisu xumuramu Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Ityoophiyaa beeksisee.…
Oduu biyya keessaa Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu Shaashimanneetti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwate Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastera magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Shaashimanneetti hojiiwwan misoomaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaannooni 289 Saawud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an Obse Wakgari Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 289 Saawud Arabiyaarra har’a gara biyya deebi’aniiru. Lammiilee deebi’an keessaa 230 dubartoota, 54 guddattoota yoo ta'an 5…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa fi Abbaan Alangaa Waliigala raayyaa ittisa… Obse Wakgari Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- HoggantoonnIi fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa fi Abbaan Alangaa Waliigala raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru. Hoggantoonnii fi hojjettoonni…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tashoomaan hundeeffama hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa waggaa 50… Obse Wakgari Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa hundeeffama hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa waggaa 50 sababeeffachuun ergaa ergaman qaqqabsiisaaniiru.…
Teeknooloojii Yuunvarsiitiin Baahir Daar hoomaa Awwaannisaa ittisuuf kan oolu biifa keemikaala humna elektiriikaan… Obse Wakgari Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Yuunvarsiitii Baahir Daar hoomaa Awwaannisaa ittisuuf kan oolu biifa keemikaala humna elektiriikaan biifu hojjechuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Federeeshiniin waldaalee qaama miidhamtoota Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman Obse Wakgari Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) - Federeeshiniin Waldaalee Qaama Miidhamtoota Oromiyaa hundeeffama waldaan qaama miidhamtoota dubartootaa Oromiyaa dhiiga arjoomaniiru.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ittisa biyyaa Askuum Adwaa fi naannoo Aaddagiraat to’ateera Obse Wakgari Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Raayyaan ittisa biyyaa Askuum Adwaa fi naannoo Aaddagiraatiin to’achuu Qulqulleessaan Ragaa Yeroo Labsii Ariifachiisaa beeksise. Raayyaan ittisa Biyyaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni godina Walayittaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 11 ol taasisan Obse Wakgari Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Jiraattoonni godina Walayittaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 11 ol taasisaniiru. Godinichaatti kutalee hawaasaa garagaraa fi…
Oduu biyya keessaa Lammiileen gara Sudaanitti baqatan yeroo gababa keessaatti gara biyyaa ni deebi’uu jedhame Obse Wakgari Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) –Rakkoo gareen finxaaleeyyii ABUT uumeen lammiilee gara Sudaanitti baqatan yeroo gababa keessaatti gara biyyaa deebisuufi deebisanii dhaabuuf hojjetama akka…