Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhaabbachuun kabaja ofiiti- Umood Ujuluu
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhaabbachuun kabaja ofiitiif dhaabbachuutti lakka’amu akka qabu Preezdaantiin naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu ibsaniiru.…