Finfinneetti lammilee kuma 6 ol daandiirra jiraatan deebisaanii dhaabuuf hojjatamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Biiroon Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee lammiilee daandiirra jiraatan kuma 6 ol deebisanii dhaabuuf hojjachaa jiraachuu ibse.…