Oduu biyya keessaa FBCn waggaa 25ffaasaa buufatalee naannootti kabajaa jira Obse Wakgari Nov 14, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaasiting Koorporeet waggaa 25ffaa isaa buufatalee naannootti kabajaata jira. Ayyaanichi har’a Jimmaa,…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Finfinneetti kan argaman abbootii qabeenyaa naannoo Tigraay waliin mari’atan Obse Wakgari Nov 14, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa aadde Adaanach Abeebee Finfinneetti kan argaman abbootii qabeenyaa naannoo Tigraay waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Galaan gocha badii murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarraatti raawwate… Obse Wakgari Nov 14, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Godina addaa naannawa Finfinneetti jiraattoonni bulchiinsa magaalaa Galaan gocha badii murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarraan ga'e kan balaaleffatan…
Oduu biyya keessaa Harargee bahaatti hiriirrii deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa gageeffama jira Obse Wakgari Nov 14, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Raayyaan ittisa biyyaa olaantummaa seeraa kabachiisuu tarkaanfiin garee ABUT irratti fudhataa jiru deeggaruun godina Harargee bahaa magaalaa Haramaayaatti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Morookoon tumsasaanii cimsuuf waaligalan Obse Wakgari Nov 14, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo, Ityoophiyaa fi Jibuutiitti Ambaasaaddara Mootummaa Moototaa Morookoo Naazihaa Alaawiwii…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni godina Arsii fi magaalaa Assallaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 550 ol… Obse Wakgari Nov 14, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Arsii fi magaalaa Assallaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 550 ol taasisaniiru. Gareen juntaa ABUT gochaa inni…
Oduu biyya keessaa Kaleessa galgala rookkeettiin gara Baahir Daarii fi Goondaritti dhukaafamuu qulqulleessi ragaa… Obse Wakgari Nov 14, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Kaleessa galgala rokkeettiin gara Baahir Daarii fi Goondaritti dhikaafamuu koreen qulqulleessa ragaa labsii yeroo ariifchiisaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaannoonni 84 sanada hin qabne Beerutii deebi’an Obse Wakgari Nov 13, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 84 sanada hin qabne Beeruut-Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru. Waajjirri waliigala Qoonsiilaa Ityoophiyaa Liibaanoosiitti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti barnoonni kutaa 8ffaa fi 12ffaan ala Sadaasa 7 ni eegala-Dr Tolaa Obse Wakgari Nov 13, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti barnoonni kutaa 8ffaa fi 12ffaan alatti Sadaasa 7 akka eegaluu hoogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoo ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hiriira akka Oromiyaatti har’a gaggeeffameen raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 18… Obse Wakgari Nov 13, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Hiriira akka Oromiyaatti guyyaa har’a gaggeeffameen raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 18 fi kuma dhibba 6 fi kuma 85 ol taasifamuu sadarkaa…