Tiraamp filannichi waliin dha’ameera jechuun himanni dhiyeessan fudhatama dhabe
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Aanga’oonni federaalaa filannoo Ameerikaa nageenyii filaannoo preezdaantummaa 2020 seenaa Ameerikaa keessaatti caalmaan filannoo eegameedha jedhaniiru.…