Oduu biyya keessaa Dorgommiin hojii kalaqaa barattoota gaggeeffama jira Obse Wakgari Nov 10, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Dorgommiin hojii kalaqaa barattoota Ministeera Barnootaa fi Istiim Paawoor wal ta’uun qopheessan gaggeeffama jira. Dorgommichi mata duree ‘guyyaan…
Oduu biyya keessaa Humni addaa poolisii Oromiyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjecha jira Obse Wakgari Nov 10, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Humni addaa poolisii Oromiyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjecha jira. Humni addaa poolisii Oromiyaa fi qaamoleen nageenyaa humnoota ABO Shanee…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin Israa’eel hojii weerara Awwaanisaa ittisuuf deeggaran Finfinnee galan Obse Wakgari Nov 10, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Hojii weerara Awwaannisaa ittisuuf Ityoophiyaaf deggarsa kan taasisaan Ogeeyyiin Israa’eel har’a Finfinnee galaniiru. Ogeeyyin kunneen Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Rayyaa ittisa biyyaan to’annaa jala kan oole buufanni xiyaaraa Humaraa haala amma irra jiruu fi… Obse Wakgari Nov 10, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Rayyaa ittisa biyyaan to’annaa jala kan oole buufanni xiyaaraa Humaraa haala amma irra jiruu fi miseensoota humna adda harka laatan. Odeeffannoo…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Gulalleetti kenniinsa tajaajila galmeessa ragaalee bu’uuraa daawwatan Obse Wakgari Nov 10, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Gulallee aanaa 9tti argamuun kenniinsa ashaaraa waraqaa eenyumma…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa buufata xiyyaaraa Humaraa to’ate Obse Wakgari Nov 10, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa gareen saamtuu Juntaa ABUT diina wajjiin qindaa’uun kaayyoo badiif itti fayyadamuuf kan ture buufata xiyyaara Humaraa guutumaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalata 86 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Nov 9, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 86vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan gara jeequmsaatti galti sodaan jedhu haala qabatamaa biyyatti hubachuu dhabuurraa kan… Obse Wakgari Nov 9, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan gara jeequmsaatti galti sodaan jedhu haala qabatamaa biyyatti hubachuu dhabuurraa kan maddedha…
Oduu biyya keessaa Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa Labsii haaraa hojiirra oolchuufi Obse Wakgari Nov 9, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC)- Hojiin misooma Sululaa nannoo Oromiyaa abbummaan akka hojjetamuuf labsii haaraa hojiirra oolchuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya…
Oduu biyya keessaa Gareen hattuu ABUT dameewwan baankii naannoo Tigraayitti argaman irratti saamicha gaggeessaa… Obse Wakgari Nov 8, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Gareen hattuu ABUT dameewwan baankii naannoo Tigraayitti argaman irratti saamicha gaggeessaa jiraachuu Baankii Biyyooleessaa Ityoophiyaa beeksise.…