Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hidha jallisii Goodee daawwatan Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hidha jallisii Goodee laga Shaballeerratti ijaarrame daawwataniiru. Hidhichi Qamadii gammoojjii fi…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha artiist Looreet Lammaa Guyyaa raawwatameera Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha artiist Dooktara kabajaa Looreet Lammaa Guyyaa bakka maatii, firoottaan fi jaallattoonni isaanii argamanitti magaalaa Bishooftuutti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Moolidaa waggaa 1495ffaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Ayyaanni Moolidaa waggaa 1495ffaa guutuu biyyaatti hordooftootaa amantaa Islaamaan kabajamaa jira. Ayyaanni Moolidaa dhaloota Nabiyyuu…
Oduu biyya keessaa Sirni badhaasa (Odaa Awaard) 4ffaan gaggeeffame Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)-Sirni badhaasa (Odaa Awaard) 4ffaan kaleessa galgala gaggeeffameera. Sirni badhaasa kun maltii midiiyaa Bashaatuu Tolamaariyaamii fi Biiroo Aadaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanichi yeroo itti waliif yaannuu fi rakkoowwan nu muudataan waliin ce’uuf yeroo itti wal… Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Ayyaanni Moolidaa ‘yeroo itti waliif yaannuu fi rakkoowwan nu muudatan waliin ce’uuf yeroo itti wal deeggarru akka ta’uun hawwa’ jedhan itti aanaan…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojakti daandii Goodee Qallaafoo Farfaar ifatti eegalchiisan Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojakti daandii Goodee Qallaafoo Farfaar ifatti eegalchiisaniiru. Dooktar Abiy ijaarsicha…
Fayyaa Oromiyaatti namoonni dabalata 95 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 95 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Oduu biyya keessaa Yaanni Tiraamp hidha Haaromsaa Guddichaarratti laatan Ityoophiyaanoota tokko gochu qaba-Hayyoota Obse Wakgari Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Tibba kana haasaan preezdaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp hidha Haaromsaa Guddichaarratti taasisan yeroo itti Ityoophiyaanoota tokko taasisuu fi…
Oduu biyya keessaa Proojaktiin misooma seeftineetii magaalaa jireenya lammiilee harka qalleeyyi ni jijjiira-Obbo… Obse Wakgari Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Proojaktiin misooma seeftineetii magaalaa jireenya lammiilee rakkoo keessa jiraatanii jijjiiruu fi gara misoomaatti akka ce’aniif shooraa olaanaa…
Oduu biyya keessaa Carraan sagantaa ‘qusadhaa badhaafamaa’ Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 9ffaan ba’e Obse Wakgari Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) –Carraan sagantaa 'qusadhaa badhaafamaa' Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 9ffaaf qopheesse guyyaa har'aa galma Lootarii Biyyaaleessaatti ba’eera.…