Oduu biyya keessaa Yunvarstiitiin Goondar hayyoota 3f proofeeserummaa laate Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)-Boordiin Yunvarstiitiin Goondar kaleessa hayyoota 3f proofeeserummaa guutu laachu beeksiseera. Yunvarsiitiichi Dooktar Taaddasaa Awaqee, Dooktar…
Idil Addunyaa Ameerikaan Taaywaanif misaa’eelotaa fi xiyyaaroota nam- malee gurguruuf karoora akka qabdu ibsite Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013(FBC)- Ameerikaan Taaywaanif dabalataan misaa’eelotaa fi xiyyaaroota nam- malee (diroonii) gurguruuf karoora akka qabdu ibsiteetti. Chaayinaan dhiibbaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin koomiishinaroota poolisii federaalaa fi naannoo 11ffaan gaggeeffama jira Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Yaa’iin koomiishinaroota poolisii federaalaa fi naannoo 11ffaan gaggeeffama jira. Yaa’iicharratti Janaraal Koomiishinarri Koomiishinii Poolisii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan ajandaan fooramii Afrikaa akka milkaa’uuf deeggarsa barbaachisaa ni taasifti-obbo… Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan ajandaan fooramii Afrikaa akka milkaa’uuf deeggarsa barbaachisaa akka taasiftu Ministirri Minsteera Dhimma Alaa obbo Gadduu…
Oduu biyya keessaa Yuuniyeeniin Kattaa Mudhugaa buna gara alaatti ergurraa galii doolaraa miiliyoona 11 argachu ibse Obse Wakgari Oct 13, 2020 0 Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Godina Jimaatti yuuniyeeniin Kattaa Mudhugaa buna gara biyya alaatti ergurraa galii doolaraa Ameeerikaa miiliyoona 11 argachu ibseera. Waggaa afuur…
Oduu biyya keessaa Hojiin daandii qilleensa Ityoophiyaa gariin gara dhunfaatti jijjiiruuf eegalame adda… Obse Wakgari Oct 13, 2020 0 Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Hojiin daandii qilleensa Ityoophiyaa gariin gara dhunfaatti jijjiiruuf eegalame adda cituu Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee…
Oduu biyya keessaa Amaaraatti tatamsa’inni dhibee Busaa dabalaa dhufuu himame Obse Wakgari Oct 13, 2020 0 Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraatti tatamsa’inni dhibee Busaa dabalaa dhufuu Inistityuutiin Fayyaa Hawaasaa naanniicha beeksise. Naannichatti bara baajata 2012…
Waajabila Faanaa Saroonni vaayrasii koroonaa fuunfatanii adda baasuu akka danda’u jedhame Obse Wakgari Oct 13, 2020 0 Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Saroonni leenji'an foolii dafqa namaa fuunfachuun vaayrasii koroonaa adda baasuu akka danda'an qorannoon mirkanaa'e. Gareen qorannoo Firaansii fi…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Namoonni Dabalata 90 Vaayrasii Koroonaatin Qabaman Obse Wakgari Oct 13, 2020 0 Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 90 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Oduu biyya keessaa Aadaa wal kabajuu uummattoota Ityoophiyaa gidduu jiru cimsuuf shoorrii dhaabbilee amantaa olaanaadha… Obse Wakgari Oct 13, 2020 0 Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa minseensa boordii yaa’ii dhaabbilee amantaa waliin har’a marii gaggeesseera. Marichaanis aadaa wal kabajuu uummattoota…