Ayyaanni irreechaa Hora Finfinnee nagaan kabajamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Ayyaanni irreechaa Hora Finfinnee nagaan kabajamuu komishiniin poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.
Ayyaanni irreechaa Hora Finfinnee bakka abbootii…