Qullubbii diimaan kuntaalli 300 seeraan alaa biyya keessa galuuf ture to’annoo jala oole
Finfinnee, Fulbaana 11, 2012 (FBC)-Qullubbii diimaan kuntaalli 300 abbummaan isaa hin beekamne seeraan alaa biyya keessa galuuf ture to’anno jala oolu Komiishiniin Gumurukaa Ityoophiyaa…