Jilli hoggansa olaanaa Oromiyaa miidhamtoota lolaa laga Awaashif deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Jilli hoggansa naannoo Oromiyaa miidhamtoota lolaa laga Awaash daawwachuun deeggarsa taasise.
Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…