Godina Matakkalitti rakkoon nageenyaa mudatee ture tasgabbaa’uun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumz godina Matakkal aanaalee muraasatti rakkoo nageenyaa mudatee ture tasgabbeessuu fi olaantummaa seeraa kabachiisuuf…