Oduu biyya keessaa Gaazixeessaa Fiqruu Walduu boqate Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Gaazixeessaa Fiqruu Walduu addunyaa kanarra du’an boqate. Gaazixeessaa Fiqruu Walduu dhibee irra bubuleen yaalama turuun guyyaa kaleessa umrii waggaa…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsii namoota Covid-19 qabamanii miiliyoona 25 darbe Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Chaayinaa bulchiinsa magaalaa Wuhaanitti kan muuldhate Covid-19 addunyaarratti namoota miiliyoona 25 ol qabeera. Addunyaa qormaata hamaa keessa kan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaronnii fi dippiloomaatonni biyyoota addunyaa garaagaraa irratti Ityoophiyaa bakka… Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Ambaasaaddaronnii fi dippiloomaatonni biyyoota addunyaa garaagaraa irratti Ityoophiyaa bakka bu’aan naannoo Oroomiyaatti godina Shawaa bahaa aanaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maandisummaan eebbisiise Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maandisummaan leenjisaa ture 502 eebbisiise. Yuunivarsitiichi damee barnoota…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Jimmaa yeroo jalqabaatiif digrii proofeesarummaa dubartiif kenne Obse Wakgari Aug 27, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa yeroo jalqabaatiif digrii proofeesarummaa dubartiif kenne. Yuunivarsiitii Jimmaatti proofeesarummaa kan argatan haadha ijoollee…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Federaalaa sababa hokkooraa ka’ee namoota… Obse Wakgari Aug 27, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Federaalaa godina Arsii Lixaatti rakkoo nageenyaa ajjeefamuu artist Haacaaluu Hundeessaan booda mudateen…
Oduu biyya keessaa Mata duree ‘qaammee hanga qaammeetti ni qaqqabna’ jedhuun bara dhufu sosochiin nageenya daandii ni… Obse Wakgari Aug 27, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Mata duree ‘qaammee hanga qaammeetti ni qaqqabna’ jedhuun bara 2013ttii sosochiin nageenya daandii akka gaggeeffamu Ministeerri Geejjiba beeksiseera.…
Idil Addunyaa Afrikaa Bahaatti godantoonni miiliyoonatti lakkaawwaman beelaafi nyaata hin madaalamneef saaxilamu… Obse Wakgari Aug 27, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Afrikaa Bahaatti godantoonni miiliyoonatti lakkaawwaman beelaafi nyaata hin madaalamneef saaxilamu akka danda’an Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanota biyyaa alatti argama rakkoo keessa jiraaniif bakka jiraanitti deeggarsii taasifamafi… Obse Wakgari Aug 27, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanota biyyaa alatti argama rakkoo keessa jiraaniif bakka jiraanitti deeggarsii taasifamafi jiraachuu ibsame. Saa’ud Arabiyaatti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti Gabaasa Qorannoo Sa’aa 24 Darbeetiin Namoonni dabalata 134 Vaayrasii Koroonaan… Obse Wakgari Aug 27, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 134 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…