Idil Addunyaa TikTok uggura Traamp irratti tarkaanfi seeraa fudhachuufi Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – TikTok uggura preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp irratti tarkaanfi seeraa akka fudhatu beeksise. TikTok kan Dhaabbata Chaayinaa ‘ByteDance’…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee gidduugala gala guddisa daa’immanii Kiibaba Tsahaayii daawwatan Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala guddisa daa’immanii Kiibaba Tsahaayii daawwataniruu. Aadde Adaanach qooda…
Oduu biyya keessaa Preezdaantonni naannoo Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa… Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Preezdaantonnii mootummaa naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz hidha haaromsaa guddiicha Ityoophiaa daawwata jiru. Deeggarsa hidhichaaf abbaan…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Bahaatti baalli sammuu nama hadoochuu kuntalli 50 ol to’annoo jala oole Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Godina Shawaa bahaatti baalli sammuu namaa hodochuu (Kaanaabiisiin) kuntaala 50 ol to'annoo jala ooluu Waajjirri Poolisii godinichaa beeksisee. Godina…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,368 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,368 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni biyya eeganii, misoomsanii dhalootaf dabarsuu qabu-preezdaant Saahilawarq Obse Wakgari Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Dargaggoonni biyya abbootirraa dhaalan eeganii, misoomsanii dhalootaf dabarsuu qabu jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waliinii Paartilee Siyaasaa waliigaltee biyyoolessaarratti mari’ataa jira Obse Wakgari Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Manni Maree Waliinii Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa waliigaltee biyyoolessaarratti marii gaggeessaa jira. Waltajjiin marii kun Galma…
Balballoommii fi yaada Aadde Adaanach haaromsa manneen 44 eegalchiisan Obse Wakgari Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen haaromsa manneen 44 eegalchiisan. Boolee Ruwaandaa barmaatan nananoo…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Shimallisiin duurfamu Baalee Roobee, Gobba fi magaalota ollaa daawwatan Obse Wakgari Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisatiin duurfamu Baalee Roobee, Gobbaa fi magaalota ollaa daawwatan. …
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa mallattoo waltumsaati -obbo Dammaqaa Makoonnan Obse Wakgari Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa mallattoo waltumsaati jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan. Waltumsaan waa milkeessuu akka…