Obbo Shimallis qonna kilaastaraa fi hojii deebisanii dhaabuu Arsii Lixaa daawwatan
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan godina Arsii Lixaa aanaa Shaashamanneetti qonna boloqqee kilaastaraan misoome…