Oduu biyya keessaa Sagantaa kitaabolee walitti qabuu adeemsifamaa jira Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) – Sagantaa kitaabolee walitti qabuutin kitaabonni kumni dhibbi 3 fi kumni 50 ol walitti qabaman. Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka beeksisetti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaan du’anii 600 qaqqabe Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa1,336 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24…
Teeknooloojii Ityoophiyaan bara dhuftu jalqabarra saatalaayitii lammaffaashee gara hawaatti erguufi Obse Wakgari Aug 18, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan bara dhuftu jalqabarra saatalaayitii lammaffaashee gara hawaatti kan ergitu ta'uu Inistiitiyuutiin Saayinsii Speesii fi Teeknooloojii…
Oduu biyya keessaa Dameen dhuunfaa indaastirii bunaarratti yoo bobba’e bu’a qabeessa ta’a -MM Dr Abiy Obse Wakgari Aug 18, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Dameen dhuunfaa oomishaalee gabbisuun indaastirii bunaarratti yoo bobba'e bu'a qabeessa ta'a jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. …
Oduu biyya keessaa Afaaritti lammiilee bishaanin marfaman hojiin helikooftaraan baasuu xumurame Obse Wakgari Aug 18, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Naannoo Afaaritti lammiilee bishaanin marfaman hojiin helikooftaraan baasuu xumurame. Waajjirri Qindeessaa Ittisa Balaa fi Wabii Nyaataa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad muudama addaddaa laatan Obse Wakgari Aug 18, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama addaddaa laatan. Haaluma kanaan; - Dooktar Qana'aa Yaadataa; ministira Ministeera Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi ergaa gabaabaa proojaktii biyyaaf deeggarsa taasisuu; 333 ifoome Obse Wakgari Aug 18, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Lakkoofsi ergaa gabaabaa proojaktii biyyaaf deeggarsa taasisuu; 333 ifoome. Sagantaan deeggarsaa kun dhalattoonni Ityoophiyaa, lammiilee fi…
Balballoommii fi yaada Beenishaanguul Guumz Hidha Haaromsaarraa fayyadamaa ta’uuf karoora qopheessuusaa beeksise Obse Wakgari Aug 18, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Naannon Beenishaanguul Guumz Hidha Haaromsaarraa fayyadamaa ta'uuf karooraa fi tarsiimoo qopheessuusaa beeksise. Hidhichi carraa misoomaa…
Oduu biyya keessaa Manneen kitaabotaatif gumaachi kitaabaa Hagayya 14,2012tti waamameera Obse Wakgari Aug 18, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Manneen kitaabotaa 600 ol Oromiyaatti ijaarramaniif gumaachi kitaabaa Hagayya 14,2012tti waamameera. Ganna bara 2012 manneen kitaabaa…
Biiznasii Baankichi Birrii miiliyoona 1.5 ol baankidhaan ala sochoosuu dhoorke Obse Wakgari Aug 18, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa Birrii miiliyoona 1.5 ol baankidhaan ala sochoosunis ta'e olkaa'un hin danda'amu jedhe. Hogganaan…