Hojiin siiviilii Hidha Haaromsaa %88.5rra yoo ga’u, raawwiin proojaktichaa %75rra…
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) –Hojiin waliigalaa siiviilii Hidha Haaromsaa %88.5rra ga'uun, raawwiin proojaktichaa %75rra ga'uun ibsame.
Hoji gaggeessaa olaanaan hidhichaa…