Rakkoo tasgabbii aanaa addaa Burjii furuuf Oromiyaa waliin hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Rakkoo tasgabbii aanaa addaa Burjii furuuf naannoo Oromiyaa waliin tumsaan hojjetamaa jira.
Itti aanaan preezdaantii naannoo Kibbaa obbo…